Fana: At a Speed of Life!

Akoor Ityoophiyaatti hoteelota 7 ijaarufi

0 88
Finfinnee, Caamsaa 5,2011(FBC)- Akoor Ityoophiyaatti hoteelota 7 ijaarufi.
 
Dhaabbatichi indaastirii hoteelatiin beekamaadha.
 
Akoor Ityoophiyaa, Afrikaa Kibbaa fi Naayjeeriyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 14tti hoteelota haaraa ijaarufi.
 
Bara Faranjootaa 2020tti Ityoophiyaatti 7, Naayjeeriyaatti 10, Afrikaa Kibbaatti ammoo 3 ijaaruun banuuf karoora qaba.
 
Waggoottan lamaan itti aananittis Gibtsitti hoteelota ni bana jedhameera.
 
Akoor yeroo ammaa Afrikaarraa hoteelota 143 kan qabu yammuu ta’u, 63 biyyoota Kibba Sahaaraatti argamu.
Comments
Loading...