Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan atleetiksii Ityoophiyaa 48ffaan gaggeeffamaa jira

0 142
Finfinnee, Eebila 30, 2011(FBC)- Shaampiyoonaan atleetiksii Ityoophiyaa 48ffaan gaggeeffamaa jira.
 
Shaampiyoonaan atleetiksii Ityoophiyaa kaleessa istaadiyamii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale amma Caamsaa 4,2011tti tura.
 
Sirni baniinsaa kaleessa kan taasifame yammuu ta’u, dorgommichi gosoota atleetiksii addaddaatin guyyaa 2ffaaf itti fufeera.
Comments
Loading...