Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa injifatan

0 204
Finfinnee, Eebila 24,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii qopheessu injifatan.
 
Dooktar Abiy badhaasni nageenyaa injifatan; nageenya fiduu, kabachiisuu fi tursuuf gumaacha taasisaniini.
 
Badhaasni injifatanis kan Feliniiks Haafeef- Booniiy bara Faranjootaa 2019ti.
Comments
Loading...