Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Yaa’aaballoo gahe

0 230

Finfinnee, Eebila 18, 2011(FBC)-Jilli itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu yeroo ammaa kana godina Booranaa magaalaa Yaa’aaballoo gaheera.

Jilichaafis  jiraattoonni godinichaa simannaa hoo’aa taasisaniifiru.

Jilichis turtii isaan dhimmoota diinagdee,nageenyaa fi hawaasummaarratti jiraattoota godina Booranaa waliin marii ni gaggeessa jedhameet eegama.

 

 

Comments
Loading...