Fana: At a Speed of Life!

Jilli MM Dr Abiy Ahimadiin duurfamu waajjira muummee Aliibaabaa daawwate

0 162
Finfinnee, Eebila 17,2011(FBC)- Jilli Ityoophiyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin duurfamu waajjira muummee Aliibaabaa daawwate.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiy wayita Swiizarlaand Daavuus daawwatanitti dura taa’aa Alibaabaa Jaak Maa waliin walarganii mari’ataniit turan.
 
Mariin har’a Chaayinaatti gaggeeffames kan sanatti aanuun itti fufedha.
 
Daawwichaan misooma Ityoophiyaa deeggaruurratti mari’atameera.
 
Jaak Maa jijjiirrama gama hundaan Ityoophiyaatti dhufaa jiru dinqisiifataniiru.
 
Ityoophiyaan dhaabbata isaanii tumsaa akka jirtus ibsaniiru.
 
Dhuma bara kanaattis Ityoophiyaa daawwachuu akka fedhan ibsaniiru.
 
 
Suuraa; Waajjira Muummee Ministiraa
Comments
Loading...