Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad hoggansa 4f muudama laatan

0 371

Finfinnee, Eebila 14,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa 4f muudama laatan.

Haaluma kanaan;
Dooktar Alamuu Simee; itti aanaa daayreektara olaanaa Korporeeshinii Injinariingii Sibiilaa,

Obbo Jaanxiraar Abbaay; ministira gorsaa bu’uuraalee misoomaa fi misooma magaalaa muummee ministiraa,

Aadde Xayibaa Hasan; sadarkaa ministiraatti gorsituu damee hawaasummaa muummee ministiraa,

Obbo Gazzaahany Abaataa; itti aanaa daayreektara olaanaa Wiirtuu Leenjii Hoteelaa fi Tuuriizimii Ityoophiyaa ta’uudhan muudamuu isaanii Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseeara.

Comments
Loading...