Fana: At a Speed of Life!

54 Kaappitaal deeggarsa waadaa gale laate

0 212
Finfinnee, Eebila 10, 2011(FBC)- Damee innooveeshin teeknooloojidhaan dargaggootaf carraa hojii uumuuf waadaa galee kan ture 54 Kaappitaal deeggarsa Birrii miiliyoona 6 laate.
 
Deeggarsichas Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojiif laatera.
 
Hojiileen qorannoo oomisha, tajajailaa fi qabeenyatti akka jijjiirraman, carraa hojii teeknooloojii jajjabeessuuf oola.
 
Deeggarsichi teeknooloojii fi leenjii humna namaatin kan itti fufu ta’uu ministirri ministeerichaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa ibsaniiru.
 
Dhaabbatichi ministeericha waliin hojjechuufis waliigaltee mallatteessera.
Comments
Loading...