Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy namoota 100 dhiibbaa uuman keessatti hammataman

0 260

Finfinnee, Eebila 9,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara Faranjootaa 2019tti namoota 100 dhiibbaa uuman keessatti hammataman.

Barruun Taayim muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dabalatee walumaa galatti namoota 100 bara Faranjootaa 2019tti dhiibbaa uumuun galmeessera.

Barruun Taayim namoota waggaatti dhiibbaa uuman galmeessuun tarreessee baasuu ega eegalee waggootii 16 lakkoofsiseera.

Taayim quuqamtoota mirga namoomaa, kalaqaa fi namoota milkaa’an dhiibbaa uumtummaan ni moggaasa.

Comments
Loading...