Fana: At a Speed of Life!

Baayar Muuniik akkaadaamii Ityoophiyaatti banuuf waliigaltee mallatteesse

0 59
Finfinnee, Eebila 9, 2011(FBC)- Kilabiin kubbaa miillaa Jarman; Baayar Muuniik akkaadaamii kubbaa miillaa Ityoophiyaatti banuuf waliigaltee mallatteesse.
 
Koomiishiniin Ispoortii Federaalaa fi Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa kilabicha waliin istaadiyamii Finfinneetti waliigalticha mallatteessaniiru.
 
Kilabichi akkaadaamiin Ityoophiyaatti banu ispoorteessitoota kubbaa miillaa umrii waggaa 17 gadiiti.
 
Waliigaltichi proojaktii waggaa 3 yammuu ta’u, waggaa waggaadhan kan haaromudha.
Comments
Loading...