Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Iivaankaa Traamp waliin mari’atan

0 168
Finfinnee, Eebila 7, 2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Iivaankaa Traamp waliin mari’atan.
 
Dooktar Abiy intalaa fi gorsituu preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp; Iivaankaa Traamp waajjira isaaniitti simatanii mariisisaniiru.
 
Iivaankaa Traamp daawwii hojiitif kaleessa Ityoophiyaa kan galan yammuu ta’u, proojaktoota misoomaa daawwachuudhan har’a ganama preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee waliinis mari’ataniiru.
Comments
Loading...