Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii maaraatoonii Paariisitti gaggeeffameen Ityoophiyaanonni injifatan

0 65

Finfinnee, Eebila 7, 2011(FBC)- Dorgommii maaraatoonii kaleessa magaalaa Paariisitti gaggeeffameen Ityoophiyaanonni injifataniiru.

Atleetonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu dorgoman injifannoo gonfataniiru.

Dubartootan;
Galatee Burqaa, Azmaraa Gabruu fi Azmaraa Abrahaam 1ffaadhaa amma 3ffaa ba’aniiru.

Dhiiran;
Abrahaa Miilaaw 1ffaa, Asaffaa Mangistuu 2ffaa ba’aniiru.

Comments
Loading...