Fana: At a Speed of Life!

Kaanaabiisiin kiilo giraamni 790 to’annaa jala oolfame

0 101

Finfinnee, Eebila 7, 2011(FBC)-Dawaan sammuu nama adoochu; kaanaabiisiin kiilo giraamni 790 to’annaa jala oolfamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.

Kaanaabiisiin kunis to’annaa jala kan oolfame osoo kutaa jiddu galeessa biyyaa irraa gara Keeniyaatti karaa seeraan alaatin baafamuuf yaalamuudha.

Kaanaabiisichi to’annaa jala kan oolfame Damee Waajjira Guumruukaa Mooyyaaleetti.

Comments
Loading...