Fana: At a Speed of Life!

Proojaktoota Sukkaaraa dhuunfaaf dabarsuuf hojiin odeeffannoo sassaabuu eegalamuufi

0 83
Finfinnee, Eebila 4,2011(FBC)- Proojaktoota Koorporeeshinii Sukkaaraa dhuunfaaf dabarsuuf hojiin odeeffannoo sassaabuu eegalamuufi.
 
Proojaktoota sukkaaraa mootummaa 13 guutumaa guututti yookin gariin damee dhuunfaaf dabarsuuf gaafficha kan qopheesse Ministeera Maallaqaa fi Koorporeeshinii Sukkaaraati.
 
Sirni odeeffannoo sassaabuu kunis Wiixataa eegalee karaa marsariititiin abbootii qabeenyaa biyya keessaa fi alaatif ni dhiyaatu ta’uun eerameera.
 
Abbootiin qabeenyaas proojaktii bituu barbaadan karaa marsariitii ifoomun, guca qophaa’e ni guutu.
Comments
Loading...