Fana: At a Speed of Life!

Siimans Injiinariing, Wiirtuu Siimaatiik Awtoomeeshinii Ityoophiyaatti banuufi

0 73
Finfinnee, Bitootessa 26, 2011(FBC)- Siimans Injiinariing, Wiirtuu Siimaatiik Awtoomeeshinii Ityoophiyaatti banuufi.
 
Ministirri Ministeera Innooveeshin Teeknooloojii FDRI Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa hoji gaggeessaaa dhaabbatichaa Jooy Keesar waliin mari’ataniiru.
 
Siimans Ityoophiyaatti wiirtuu siimaatiik awtomeeshinii banuuf waadaa galeera.
Comments
Loading...