Fana: At a Speed of Life!

Googil bilbiloota dadacha’an oomishuufi

0 539
Finfinnee, Bitootessa 11, 2011 (FBC)- Googil bilbiloota smaartii kanaan dura oomishuun ala, bilbiloota smaartii dadacha’an oomishuuf akka ta’e beeksise.
 
Bilbilli amma oomishamu kan dadacha’u yammuu ta’u, oomishuufis eeyyama abbummaa itti gaafateera.
 
Bilbilli smaartii haaraa oomishamu kunis dhiyeenya Saamsang kan ifoomsen walfakkeenya qaba.
 
Teeknooloojii haaraan kun dadacha’aa ta’uu isaatin ala, odeeffannoon bal’ina qabu hin baane.
 
Dhaabbanni teeknooloojii Chaayinaa ZTE bilbiloota smaartii dadacha’an oomishaa akka jiru ifoomsera.
 
Saamsang gosoota bililaa dadacha’an dhiyeessudhaan adda duree ta’eera.
 
 
Maddi; fossbytes.com
 
Comments
Loading...