Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee buqqaatota Geede’oof deeggarsa Birrii miliyoona 30 gochuufi

0 152

Finfinnee, Bitootessa 8, 2011 (FBC)- Kaabineeni bulchiinsa magaalaa Finfinnee buqqaatota Geede’oof deeggarsa Birrii miliyoona 30 gochuuf murteesse.

Kanatti dabaleesi hawaasa magaalaatti hirmaachisuun deeggarsa dabalataa meeshalee fi kanneen biroo walitti qabuuf koreen bulchiinsa magaalaattiin dhaabbachuu odeeffannoon waajjira kaantibaa irraa arganne ni mul’isa.

Koriichi deeggarsa jiraattota magaalaattii irraa waliitti qabaman fidee torbee kana iddichatti argamuun buqqaatota kanneeniif deeggarsa kan taasisu ta’a.

Comments
Loading...