Fana: At a Speed of Life!

Labsiin broodkaastii haaraan qophaa’aa jira

0 158
Finfinnee, Bitootessa 6,2011(FBC)-Labsiin broodkaastii haaraan qophaa’aa jira.
 
Sadarkaa guddinaa dhaabbileen miidiyaa biyyattii irra ga’an ilaalcha keesa galchuudhan, labsii haaraan qophaa’aa jiraachuusaa Abbaan Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaa beeksise.
 
Daayreektarri koominikeeshinii abbaa taayitichaa obbo Gabragiyoorgiis Abrahaan akka ibsanitti, labsichi sadarkaa guddina miidiyaalee biyyattii ilaalcha keessa kan galchedha.
 
Labsiin amma hojiirra jiru yeroo Dhaabbanni Raadiyoo fi Televiizhinii Ityoophiyaa durii qophaatti miidiyaa biyyattii turetti kan qophaa’edha.
Comments
Loading...