Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin biiznasii Iityoo Faransaay waaree booda eegala

0 77
Finfinnee, Bitootessa 6,2011(FBC)- Fooramiin biiznasii Iityoo Faransaay har’a Finfinneetti gaggeeffama.
 
Fooramichi har’a sa’aa 9 eegalee Hoteela Hiiltanitti gaggeeffama.
 
Fooramicharratti dhaabbileen jajjaboo Faransaay 26 ol ni hirmaatu jedhan odu himaan Ministeera Dhimma Alaa obbo Nabiyaat Geetaachaw.
 
Hirmaattonnis hawaasa daldalaa Ityoophiyaa waliin ni mari’atu.
 
Carraalee invastimantii fi haala mijataa jirurrattis ibsi ni laatama.
Comments
Loading...