Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufaariyaat buqqaatota Geede’oo qubatan daawwachaa jiru

0 65
Finfinnee, Bitootessa 6,2011(FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamiil lammiilee qayee isaanitirraa buqqa’anii godina Geede’oo qubatan daawwachaa jiru.
 
Lammiileen ministirittiin daawwatan godina Geede’oo aanaa Gadab qubataniiru.
 
Aadde Mufaariyaat muutummaan furmaata waaraaf hojjechaa jiraachuu ibsuun, lammiilee kanneen jajjabeessaniiru.
 
Aanaa Gadabitti lammiileen kumni 96 ol buufata yeroo keessa qubataniiru.
 
Ministirittiin bakka buutota buqqaatotaa waliin ni mari’atuun eegama.
Comments
Loading...