Fana: At a Speed of Life!

Saanduqni odeeffannoo fi qaamni to’annoo balalii gara Faransaay ergame

0 117

Finfinnee, Bitooteessa 5, 2011 (FBC)- Saanduqni odeeffannoo fi qaamni to’annoo balalii Booyiing 737-8 Maaks qorannaadhaf gara Faransaay ergame.

Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa Booyiing 737-8 Maaks Dilbata darbe Shawaa Bahaa aanaa Gimbichuutti kufee caccabuudhan namoonni keessa turan marti lubbuu isaanii dhabuun ni yaadatama.

Saanduqni odeeffannoo fi qaamni to’annoo balalii xiyyaarichaas qorannaadhaf gara Faransaay ergamuu Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa beeksiseera.

Gareen Qorannaa Ministeera Geejibaatin duurfamus hafteewwan kanneen qabachuudhan gara Faransaay imaleera.

Comments
Loading...