Fana: At a Speed of Life!

Ziinaddiin Zidaan leenjistummaasaa Maadriiditti deebi’e

0 144
Finfinnee, Bitooteessa 3, 2011 (FBC)- Leenjisaan lammii Faransaay Ziinaddiin Zidaan leenjistummaasaa Speen Maadriiditti deebi’e.
 
Ziinaddiin Zidaan kanaan dura Maadriid leenjisaa turuun isaa ni yaadatama.
 
Yaata’uutii baatii 10 dura adda ba’aniit turan.
 
Ziinaddiin Ziidaan leenjisaa kilabicha baatii 5f tajaajilaa ture lammii Faransaay Saantiyaagoo Soolaarii bakka bu’uudhani kilabichatti irra deebidhaan kan deebi’e.
 
Leenjisaa Ziinaddiin Ziidaan koontiraata amma 2020 kilabicha waliin isa tursu mallatteessera.
 
Ziinaddiin Ziidaan nama umrii waggaa 46 yammuu ta’u, waggootii walittti aanoo 3f Riyaal Maadriid waliin waancaa Shaampiyoons Liigii kaasera.
 
 
 
Maddi; www.bbc.com/sport
Comments
Loading...