Fana: At a Speed of Life!

Daandichi leenjitoota 559 ebbisiise

0 119
Finfinnee, Gurraandhala 30,2011(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa barattoota waggoota 3f Akkaadaamii Aviyeeshiniidhan leenjise 559 ebbisiise.
 
Barattoota leenjisaa ture kanneenis har’a ebbisiisera.
 
Ebbifamtoota keessaa 40 paaylatoota, 58 ogeeyyii suphaa, 175 keessummeessitoota, 286 gurgurtaa fi faaynaansidhaan kan leenji’anidha.
Comments
Loading...