Fana: At a Speed of Life!

Qaqqabama tajaajila fayyaa bu’uuratiin Ityoophiyaan beekamtii argatte

0 111

Finfinnee, Gurraandhala 26,2011(FBC)- Qaqqabama tajaajila fayyaa bu’uuratiin Ityoophiyaan beekamtii argatte.

Beekamticha kan argatte koonfaransii fayyaa Afrikaa Ruwaandaatti qophaa’erratti.

Badhaasichas ogeettiin ekisteenshinii fayyaa moodeela taate aadde Sannaayiit hojjettoota ekisteenshinii fayyaa kuma 40 bakka bu’uun fudhatteetti.

Hojii Ityoophiyaa pooliyoorraa bilisa gochuuf hojjetameenii fi waggoottan 5n darbanitti dhibichi Ityoophiyaatti argamuu dhabuu isaatin Rootarii Intarnaashinaalirraa beekamtii argachuun ishee ni yaadatama.

Comments
Loading...