Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen ayyaana Adwaa baranaa sirna adda ta’eenan kabaja jette

0 101
Finfinnee, Gurraandhala 20,2011(FBC)- Guyyaa injifannoo Adwaa 123ffaa Gurraandhala 23,2011 kabajamu sirna addaatin kabajuuuf qophaa’uusaa bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.
 
Sirni kabajichaas qophiilee feestivaala fiilmii, qophii aartii, falaasamaa fi seenaatin kabajama jedheera.
 
Ayyaanichi bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi qaamolee tumsaa waliin sirna adda ta’een kan kabajamu ta’uu hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Finfinnee gargaaraa proofeesaraa Nabiyyuu Baayyeen ibsa laataniin beeksisaniiru.
Comments
Loading...