Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Humna Qilleensaa Ityoophiyaa daawwatan

0 193
Finfinnee, Gurraandhala 5,2011(FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zaawdeen Humna Qilleensaa Ityoophiyaa, Bishooftuu daawwatan.
 
Preezdaant Saahilawarq guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 7ffaa Humna Qilleensaa Ityoophiyaatin Bishooftuutti kabajamaa jirurratti hirmaachaa jiru.
 
Preezdaant Saahilawarq Zawdee, ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Injiinar Ayishaa Mahaammad, Eetaamaajoora Waliigalaa Jeneraal Sa’aaree Makoonnan dabalatee hoggansi raayyaa ittisa biyyaa waltajjicharratti argamaniiru.
Comments
Loading...