Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti Kilaashiin 43 fi rasaasni 1,300 qabame

0 155
Finfinnee, Gurraandhala 5,2011(FBC)- Naannoo Amaaraatti Kilaashiin 43 fi rasaasni 1,300 qabame.
 
Meeshaan waraanaa kun seeraan ala naannoo Gaambeellaatii gara naannoo Amaaraa galuu Koomiishiniin Poolisii Naannoo Amaaraa beeksiseera.
 
Konkolaachisaan FSR meeshaaleen waraanaa ittiin dabarfamaa ture to’atameera.
Comments
Loading...