Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen fayyaa qulqullinaa fi tajaajila gatii madaalawaarratti hojjechuu qabu- MM Dr Abiy

0 82
Finfinnee, Gurraandhala 5,2011(FBC)-Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Fooramii Biiznasii Fayyaa Afrikaa 2019rratti hirmaachaa jiru.
 
Dooktar Abiy waltajjicharratti ergaa dabarsaniin dhaabbileen fayyaa mootummaa fi dhuunfaa qaqqabama, qulqullinaa fi tajaajila gatii madaalawaarratti xiyyeeffachuun hojjechuu qabu jedhaniiru.
Comments
Loading...