Fana: At a Speed of Life!

Koreen teeknikaa araara mootummaa fi ABO Roobii bobba’uufi

0 111

Finfinnee, Gurraandhala 4,2011(FBC)-Koreen teeknikaa araarsituu mootummaa fi ABO Roobii gara ramaddii isaatti bobba’uufi.

Korichi har’a qophii irra turerratti ibsa laatera.

Korichi guyyoota 20 dura kaa’ate irraa 18 qophiitti fixuu ibsa har’a laaten beeksiseera.

Karoora kaa’ame milkeessuufis guyyaa 10 dabalachuu korichi ibsa isaatin beeksiseera.

Comments
Loading...