Fana: At a Speed of Life!

Koomiishinii Arara Nageenyatiif deeggarsi ni taasifama-obbo Dammaqaa

0 100
Finfinnee, Gurraandhala 5,2011(FBC)-Koomiishinii Arara Nageenyatiif mootummaan deeggarsa kan taasisu ta’uu itti aanaan muummee ministirtaa obbo Dammaqaa Makoonnan himan.
 
Miseensonni koomiishinichaa har’a sirna walbaruu gaggeessaniiru.
 
Miseensonni koomiishinichaa torbee darbe Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatin raggaasifamuun ni yaadatama.
Comments
Loading...