Fana: At a Speed of Life!

Jarmanii fi DhMGDhDDB konkolaattota 30 Ministeera Eegumsa Fayyaa FDRIf laatan

0 119
Finfinnee, Gurraandhala 5,2011(FBC)-Mootummaan Jarmanii fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii fi Barnootaa(UNICEF) konkolaattota 30 Ministeera Eegumsa Fayyaa FDRIf laatan.
 
Konkolaattonni 30n naannoo Afaarii fi Somaaleetti tajaajila yaala sochootuu fi dhiyeessii nyaataaf kan oolanidha.
 
19 naannoo Somaaleef, 11 ammoo naannoo Afaarif laatamaniiru.
 
Ministir deettaan Ministeera Eegumsa Fayyaa FDRI aadde Saahirallaa Abdullaahiin deeggarsa taasifameef galateeffataniiru.
Comments
Loading...