Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Ziimbaabuwee paarkii indaastirii Boolee Lamii daawwatan

0 73
Finfinnee, Gurraandhala 4,2011(FBC)- Preezdaantiin Ziimbaabuwee Emmarsan Minaangaaguwaan paarkii indaastirii Boolee Lamii daawwatan.
 
Preezdaantichi daawwidhaan booda ibsa laataniin Ityoophiyaan gara indaastiriitti cee’uuf sochii olaanaarra jiraachuu himaniiru.
 
Biyyi isaanitis damichaan muuxannoo qooddachuu akka dandeessu eeraniiru.
 
Paarkonni ijaarramaa jiran carraa hojii uumuuf ga’ee olaanaa akka qaban ibsaniiru.
Comments
Loading...