Obbo Tawaldaa Gabramaaryaam dhiibbaa uumtummaan badhaafaman
Finfinnee, Gurraandhala 4,2011(FBC)- Hoji raawwachiisaan olaanaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa obbo Tawaldaa Gabramaaryaam damee biiznasii fi intarpruunarshiippiin badhaafaman.
Badhaasichi dameewwan addaddaan Afrikaanota dhiibbaa uumaniif kan laatamudha.