Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy preezdaantota biyyoota addaddaa waliin mari’atan

0 192

Finfinnee, Gurraandhala 4,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantota biyyoota addaddaa waliin mari’atan.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy yaa’ii dureewwan Gamtaa Afrikaa 32ffaadhan cinaatti, preezdaantii Bootiswaanaa Moogweetisii Maasiisii, preezdaantii Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Faarmaajoo, preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omar Giillee, preezdaantii Tuuniiziyaa Beejii Kaayid Iseebsii fi preezdaantii Gaanaa Naanaa Akuufoo Adoo waliin mari’ataniiru.

Turmaata isaanitiinis hariiroo biyyoota isaanii cimsuurratti mari’ataniiru.

Comments
Loading...