Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaan Afrikaatti daayreektara olaantuu SMDhMG waliin mari’atan

0 195
Finfinnee, Gurraandhala 4,2011(FBC)- Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Afrikaatti daayreektara olaantuu Sagantaa Misooma Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii(SMDhMG) miis Ahunaa Izeyaakoonaa-Onoochii waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.
 
Sagantaan Misooma Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii proojaktoota misoomaa magaalattii kan deeggaru ta’uu daayreektarittiin ibsaniiru.
 
Proojaktoota misooma magariisaa maallaqaa fi humna namaa ga’oomsuun kan tumsu ta’uu ibsaniiru.
 
Injiinar Taakkalaan gama isaanitiin rakkoolee magaalattii fi hanqina misooma magariisummaa furuuf akka hojjetan ibsan.
 
Deeggarsa dhaabbatichaas dinqisiifataniiru.
Comments
Loading...