Fana: At a Speed of Life!

FKMA waajjirasaa naannichaa Finfinneetti banuufi

0 182
Finfinnee, Gurraandhala 2,2011(FBC)- Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Addunyaa(FKMA/”FIFA”) waajjirasaa baha Afrikaa ifatti Finfinneetti banuufi.
 
Waajjirichi Wiixata dhuftu; Gurraandhala 4,2011 ebbifamee banama.
Comments
Loading...