Fana: At a Speed of Life!

Dr Warqinah ministira Ministeera Tumsa Idil Addunyaa Emmireetota Arabaa Gamtooman; Riim Al Haashiimuu waliin mari’atan

0 230
Finfinnee, Gurraandhala 2,2011(FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Warqinah Gabayyoon ministira Ministeera Tumsa Idil Addunyaa Emmireetota Arabaa Gamtooman; Riim Al Haashiimuu waliin mari’atan.
 
Hariiroo biyyoota isaanii cimsuu fi dhimmoota naannoorratti waliin hojjechuuf mari’ataniiru.
 
Biyyoonni lamaan hidhata diinagdee fi naannoorratti waliin hojjechaa jiru.
Comments
Loading...