Fana: At a Speed of Life!

Atleet Ganzabee Dibaabaa dorgommii mana keessaa meetira 1500 injifatte

0 158
Finfinnee, Amajjii 30,2011(FBC)- Atleet Ganzabee Dibaabaa dorgommii fiigicha mana keessaa meetira 1500 injifatte.
 
Atleet Ganzabeen dorgommii Speen Saabaadeelitti kaleessa gaggeeffamerratti kan injifatte.
 
Dorgommichas 3፡59፡08 injifatteetti.
 
Atleet Lamlam Hayluu 4፡08፡90 xumuruun 2ffaa, atleetiin Beelaaruus Daariyaa Braayseeviich 3ffaa baatetti.
 
Meetira 800 atleet Maahileet Mulgeetaa 2:02:18 sadaffaa, atleet Fireewaynii Hayluu ammoo 2:05:19 ja’affaa baatetti.
Comments
Loading...