Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitin Finfinnee Dooktar Maraaradhaf Proofeesarummaa laate

0 125

Finfinnee, Amajjii 27,2011(FBC)- Yuunvarsiitin Finfinnee Dooktar Mararaa Guddinaa dabalatee hayyoota 6f Proofeesarummaa laate.

Boordin hoji raawwachiisaa yuunvarsiitichaa walga’iisaa gaggeessen sadarkaan proofeesarummaa akka laatamuuf murteessera.

Comments
Loading...