Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa atletiksii dargaggoota Ityoophiyaa, Oromiyaan injifate

0 498
Finfinnee, Amajjii 20,2011(FBC)- Shaampiyoonaa atleetiksii Ityoophiyaa 7ffaatin Oromiyaan qabxii waliigalaa 333 1ffaa ba’uun xumure.
 
Dorgommichi Amajjii 15, 2011 amma Amajjii 19,2011tti magaalaa Asallaatti gaggeeffame kanarratti dargaggoonni umrii 20 gadii hirmaachuu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa beeksiseera.
 
Dorgommichaan;
Oromiyaan qabxii waliigalaa 333 1ffaa,
Bunni Sidaamaa qabxii waliigalaa 196 2ffaa,
Raayyaan Ittisa Biyyaa qabxii waliigalaa 169 3ffaa ba’uun xumuraniiru.
 
Dubartootan;
Oromiyaan qabxii 146 1ffaa,
Baankin Daldalaa Ityoophiyaa qabxii 85 2ffaa,
Raayyaan Ittisa Biyyaa qabxii 83 3ffaa ba’auun xumuraniiru.
 
Dhiiran;
Oromiyaan qabxii 187 1ffaa,
Bunni Sidaamaa 119 2ffaa,
Raayyaan Ittisa Biyyaa 86 3ffaa ba’aniiru.
 
Comments
Loading...