Fana: At a Speed of Life!

Koloneel Daraartuu Tulluu dhaabbilee atleetiksii lamatti hoggantummaan filatamte

0 123

Finfinnee, Amajjii 4, 2011(FBC)- Atleet Koloneel Daraartuu Tulluu dhaabbilee atleetiksii lamatti hoggantummaan filatamte.

Koloneel Daraartuu Tulluu itti aantuu preezdaantii Riijinii Atleetiksii Baha Afrikaa ta’uun filatamteetti.

Kanaan alas riijinicha bakka bu’uudhan miseensa boordii hoji raawwachiistuu Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa ta’uun filatamte.

Atleet Koloneel Daraartun hoggantummaa kanaaf kan filatamte koonfaransii Riijinii Atleetiksii Baha Afrikaa har’a magaalaa Finfinnee Hoteela Kaappitaalaatti gaggeeffameeni.

Comments
Loading...