Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan diippiloomaasii aadaa kabajame

0 178
Finfinnee, Amajjii 4,2011(FBC)- Guyyaan diippiloomaasii aadaa ambaasaaddaroota biyyoota addaddaa waliin magaalaa Finfinneetti kabajame.
 
Daawwicharratti ministira Ministeera Dhimma Alaa FDRI Dooktar Warqinah Gabayyoo dabalatee hoggansi mootummaa fi hojjettoonni ministeerichaa hirmaataniiru.
 
Ambaasaaddaroonni biyyoota addaddaa Finfinnee jiran hawwattoota tuuriizimii fi goda hambaalee addaddaa daawwataniiru.
 
Diippiloomaasii diinagdee cimsuuf diippiloomaasiin aadaa ga’ee olaanaa kan qabu ta’uu ambaasaaddaroonni daawwannicharratti hirmaatan beeksisaniiru.
Comments
Loading...