Fana: At a Speed of Life!

Arbanyooch Ginboot 7 Sochiin Tokkummaa fi Demokraasii koonsartii muuziqaa qopheessuu beeksise

0 169

Finfinnee, Amajjii 4,2011(FBC)- Arbanyooch Ginboot 7 Sochiin Tokkummaa fi Demokraasii koonsartii muuziqaa qopheessuu beeksise.

Koonsartichi mata duree ” Ityoophiyummaa yaa leellisnu” jedhuun Amajjii 12,2011 sa’aa 8:00 irraa qabee galma Barkumeetti gaggeeffama jedheera ibsa har’a laaten.

Comments
Loading...