Fana: At a Speed of Life!

Koreen hoji raawwachiistuu ADWUI torbee dhuftu mari’ata

0 152
Finfinnee, Amajjii 3,2011(FBC)- Koreen hoji raawwachiistuu ADWUI torbee dhuftu walga’ii idileesaa ni gaggeessa.
 
Koreen hoji raawwachiistuu Adda Demokraatawa Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa(ADWUI) raawwii kallattii yaa’ii dhaabbattummaa 11ffaa, haala yeroo biyyaa fi sochii jijjiirramaa, raawwii hojii dhaabbattummaa fi mootummaa irratti bal’inaan mari’atee kallattii ni kaa’an eegama.
Comments
Loading...