Fana: At a Speed of Life!

Koreen hoji raawwachiistuu ADP murtoowwan addaddaa dabarse

0 235
Finfinnee, Amajjii 2,2011(FBC)- Koreen hoji raawwachiistuu Amaaraa Demokraatiik Paartii(ADP) walga’ii guyyoota lamaaf gaggeesse xumure.
 
Korichi naannichatti nagaa fi tasgabbii buusuun olaantummaan seeraa kabachiisuurratti mari’atee murteewwan dabarseera.
 
Paartilee siyaasaa morkattootaa waliin dhimmoota hojjechuun danda’amurrattis mari’atee kallattii kaa’era.
 
Rakkoolee buqqa’uu lammiilee waaraan furuun nagaa fi tasgabbii naannoo fi biyyaa kabachiisuuf ga’eesaa ba’achuuf murteessera.
Comments
Loading...