Fana: At a Speed of Life!

Gareen biyyoolessaa dargaggoota Ityoophiyaa dorgommii biyyoota 4 irratti ni hirmaata

0 142
Finfinnee, Amajjii 2,2011(FBC)- Gareen biyyoolessaa dargaggoota Ityoophiyaa dorgommii biyyoota 4 irratti ni hirmaata.
 
Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa akka beeksisetti dorgommicha kan keessummeessu Eertiraadha.
 
Taphichi “waancaa nagayaa fi michummaati”.
 
Dorgommichi baatii Gurraandhalaa 2011 keessa gaggeeffama.
 
Ityoophiyaa, Eertiraa, Jibuutii fi Soomaaliyaan ammoo dorgomtoota.
 
Maddi; Sookar Ityoophiyaa
Comments
Loading...