Fana: At a Speed of Life!

Gibts dorgommii waancaa Afrikaa keessummeessuuf carraa argatte

0 68
Finfinnee, Muddee 30,2011(FBC)- Konfedereeshiniin Kubbaa Miillaa Afrikaa, Gibts dorgommii waancaa Afrikaa kan bara 2019 akka keessummeessitu carraa laatef.
 
Dorgommichi baatii Faranjootaa walakkaa Waxabajjiidhaa amma walakkaa Adoolessa 2019 gaggeeffama.
 
Konfedereeshinichi ibsa har’a laaten qopheessituun dorgommichaa Gibts ta’uu beeksiseera.
Comments
Loading...