Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaa Uumaa preezdaantota baankolee waliin mari’atan

0 163

Finfinnee, Mudde 24,2011(FBC)-Itti aanan Kantiibaa magaala Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa preezdaantota baankilee dhuunfaa 16 fi mootummaa 2 waliin waajjira isaanitti mari’ataniiru.

Hoggantootni baankii kunneen bulchiinsi magaalaa rakkoo iddoo akka furuuf gaafataniiru.
Baankonni gama isaanitiin itti gaafatamummaa hawaasummaa isaan irraa eeggamu bahachuuf qophii ta’uu himaniiru.

Keessattuu gama carraa hojii uumuu dargaggootan deeggarsa kan godha ta’uu mirkaneessaniiru.

Comments
Loading...