Fana: At a Speed of Life!

Primiiyar Liigii Ityoophiyaan Qiddus Giyoorgis Jimmaa Abbaa Jifaar injifate

0 216
Finfinnee, Mudde 18,2011(FBC)-Primiiyar Liigii Ityoophiyaa har’a istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffameen Qiddus Giyoorgis Jimmaa Abbaa Jifaar 2 fi 0 injifatee jira.
 
Qiddus Giyoorgisiif goolii ittiin injifatan Salaaddin Saahid fi Abeel Yaalewu lakkoofsisaniiru.
Comments
Loading...