Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin qabsoo Oromoo irratti xiyyeeffate gaggeeffame

0 565

Finfinnee, Muddee 6,2011(FBC)- Barreeffamni “mil’uun qabsoo Oromoo eessaa garamitti” jedhu Itti Gaafatamaa Waajjira Ministira Muummee Obbo Shimallis Abdiisaatiin dhiyaatee irratti mari’atamee jira.

Waltajjii kana kan hogganu Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahmad fi Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaati.

Marii Waajjira Ministira Muummeetti taa’amaa jru kanaan Jaarsoliin biyyaa, Abbootii Gadaa, Qeerroo fi Qarrettii, Abbootii qabeenyaa fi bakka bu’oonni hawaasa adda addaa irratti argamaniiru.

 

Comments
Loading...