Fana: At a Speed of Life!

Piriimiyar Liigii Ityoophiyaan Jimmaa Abbaa Jifaar dirreen ala qabxii qooddate

0 182

Finfinnee, Sadaasa 30,2011(FBC)-Piriimiyar Liigii Ityoophiyaan Jimmaa Abbaa Jifaar dirree isaan ala qabxii qooddatee yoo bahu,Adaaman injifatame.

Jimmaa Abbaa Jifaar gara Tigraay imaluun Saahul shire waliin 0 fi 0 bahee jira.

Adaaman magaala Hawaasatti Hawaasaadhaan 2 fi 0 injifatame yoo ta’u,Dirre Daawan bifuma walfakkaatun dirree isaa irratti Daddabit injifateera.

Bunni Ityoophiyaa fi Walayittaa Diichan istaadiyeemii Finfinneetti waliin 1 fi 1 qixa xumuraniiru.

Comments
Loading...